Foormaatii Waliigaltee
• Qophiin sanada waliigaltee(charterii garee )yeroo
rawwatamu adeemsi armaan gadii hordofamuu qaba.
A/ Fuula sanadicha gara alaa (cover page )irratii
qabiyyee armaan gadii sadan hammachuu qaba.
• Maqaa mana hojichaa (Biiroo/Adeemsa ……………………
• Charteerii Waada (waliigaltee) mana hojii /adeemsa
hojii /Garee hojii……………………….
• Guyyaa fi bakka wadaan itti qophaa’e ……………………
Foormaatii ……
B/ Qabiyyee keessaa (content) qabiyyeen gurguddoo
dokumentii charteeraa kan armaan gadii hammachuu qaba.
• Kaayyoo wadichaa (charteerichaa)
• Barbaachisummaa waadichaa(chaarterichaa)
• Daangaa wadichaa(Chaarterichaa)
• Eergama Jaarmiyaa
• Mula’ata Jarmiyaa
• Duudhaa Jarmiyaa
• Toora Xiyyeeffannoo Jarmiyaa
• Iskoor kaardicha raawwachuu fi bu’aa agamsiisuuf qaamaa
waadaa galee(wadaa kennaa) fi itti gaafatamummaa
isaa………………………………………………………………………..
• Qama ol’aanaa Iskoor kaardichi akka raawwatamuuf qaama
sadarkaan jiruuf itti gafatamummaa dabarsuu fi ga’ee
isaa………………………………………………………………
Foormaatii ……
C/ Qabxiilee Haala Waliigalaa guca kana keessatti hammatamuu qaban
• Maqaa Hoogganaa
Waadichaa…………………………………………………
• Ga’ee hojii isaa………………………………………………
• Ergama mana hojiichaa……………………………………………………
• Mula’ata mana hojichaa……………………………………………………
• Duudhaa mana hojichaa……………………………………………….
…………………………. ………………………. …………….. ………………
• Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa: 1)……………………………..
2)………………………………. 3)……………………………………………………
• Yeroo turmaata wadichaa (chaarterichaa):
bara…………………………. Hanga bara …………………………
D)Qabxiilee waliigalteen irraatti xiyyeeffatu fi formatii maallattoo
Kallattii
madaallii
Kaayyo
owwan
Tarsiim
o’aa
Safart
uulee
Tarsii
mo’aa
Ragaa
Ka’um
sa
Maniwwan
kurmaanaan
Taraka
nfilee
Tarsiim
o’aa
Hawwas
a/mana
hojichaa
irraa
fayyada
mu
Qma
itti
gafat
amu
u
Maallaqa hojiichaaf
barbaachisuu fi
maddaa isaa
1 2 3 4 Mootu Uum
mata
Kan
biro
o
Lammii 1
2
Faayinansii 1
2
Adeemsa keessa 1
2
Ijaarsa dandeettii 1
2
Qaama hojii armaan olii lakkaa’ee kennuu fi fudhatu
Waadicha kan fudhate Waadaa kan kenne
Maqaa:………………………………
Maqaa:………………
Mallattoo:……….
Mallattoo…………………………..
Guyyaa:……………………………. Guyyaa:………………
Hojii irra olmaa yaalii dura
• Kaayyoolee, safartuu, mannii fi tarkaanfilee qorannoo keessatti
kaa’aman hojii guyyaa guyyaa qaamolee hundaa waliin walitti
hidhamiinsaan hojjatamuu danda’u isanaii mirkaneessuu,
• Sagantaa idilee marii hojii akka mana hojitti Adeemsaa fi garee
hojiitti haala walirraa hin cinneen gaggeessuun rakkoolee jiran adda
baasuu, yaada furmaataa kennaa deemuu fi irra oclhuun jira.
• Hanqainaalee (rakkoolee) hojii yaalii keessatti qunnaman adda
baasuun galmeessuu fi yaada furmaataa kaa’uu,
• Bu’aa fi muuxannoo gaarii hojii keessattii argaman qindeessanii
halmeessuu fi itti gaayyadamuun jira.
• Kutannoon hoggansaa fi raawwataa galma gahiinsa hojii kanaatiif
qaban madaalamaa jira.
Hojii irra olmaa yaalii dura……..
• Baajatni tarkaanfilee fi humni namaa ramadamee galma
gahiinsa hojii kanaatiif gahaa ta’uu isaa mirkanessuu,
• Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi
tiraansiformeeshinii kaa’ame walismuu mirkaneessuu,
• Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi
tiraansiformeeshinii kaa’ame walsimuu mirkaneessuu.
• Raawwii guyyaa guyyaa mannii ka’ame waliin walismuu isaa
mirkaneessuu.
• Ciminootaa fi hanqinaalee akka waliigalatti jiran adda
baasanii galmeessaa deemuu fi yaada furmaataa kaa’aa
deemuu.
Hojii irra olmaa yaalii dura……..
Deeggarsa, Hordoffii fi Duub-Deebii
• Sirna deeggarsa, hordoffii fi duub-deebii akka
waliigalaatti qophaa’ee irratti hundaa’uun qabatamaa
mana hojiitiin qopheessuun hubannoo irratti uumuu.
• Hojiin deeggarsa fi hordoffii sagantaa idilee kaa’ame
irratti hundaa’uun gaggeeffamuu qaba.
• Deeggarsa fi hordoffiin qaamaan, waltajii idilee fi
barreeffamaan kennuu.
• Gabaasni yeroo isaa eeggate dhiyaachaa jirachuu isaa
mirkaneessuu.
• Duub-deebii kename qaama sanadichaa akka ta’uuf
qindeessuu.
Unka hojii yaalii duraa SMBKT/BSC guyyaa guyyaan itti galmaa’aa deemu
Sektera /Mana Hojii __________________
Adeemsa/Garee Hojii _________________
Ergama ________________________________
Mula’ata_______________________________
Qaama Qopheesse:
Maqaa______________ Mallattoo ____________Guyyaa________________
La
kk
.
T.X Kaayyoo Safa. Ragaa
Ka’uum
saa
Mannii Tarkaa
nfilee
Cimina Hanqina Yaada
Furma
ataa
1
2
3
Uunka Gabaasa Adeemsa Hojii yaalii Duraa SMBKT/BSC
• (Kan maneen hojii sadarkaa ________________irratti argamanif tajaajilu)
• Seektara /Mana Hojii __________________________________
• Adeemsa /Gareehojii_________________________________________
• Qabxiilee Ijoo Gabaassichaa
____________________________________________________________
____________________________________________________________
• Ciminoota
____________________________________________________________
• Hanqinalee adda ba’an
____________________________________________________________
____________________________________________________________
• Yaada Furmataa Ka’ame _______________________________________
• Qaama Qopheessee/Qindeessee
• Maqaa_______________Mallattoo__________________Guyyaa ____

Formaatii_walii_galtee.ppt

  • 1.
    Foormaatii Waliigaltee • Qophiinsanada waliigaltee(charterii garee )yeroo rawwatamu adeemsi armaan gadii hordofamuu qaba. A/ Fuula sanadicha gara alaa (cover page )irratii qabiyyee armaan gadii sadan hammachuu qaba. • Maqaa mana hojichaa (Biiroo/Adeemsa …………………… • Charteerii Waada (waliigaltee) mana hojii /adeemsa hojii /Garee hojii………………………. • Guyyaa fi bakka wadaan itti qophaa’e ……………………
  • 2.
    Foormaatii …… B/ Qabiyyeekeessaa (content) qabiyyeen gurguddoo dokumentii charteeraa kan armaan gadii hammachuu qaba. • Kaayyoo wadichaa (charteerichaa) • Barbaachisummaa waadichaa(chaarterichaa) • Daangaa wadichaa(Chaarterichaa) • Eergama Jaarmiyaa • Mula’ata Jarmiyaa • Duudhaa Jarmiyaa • Toora Xiyyeeffannoo Jarmiyaa • Iskoor kaardicha raawwachuu fi bu’aa agamsiisuuf qaamaa waadaa galee(wadaa kennaa) fi itti gaafatamummaa isaa……………………………………………………………………….. • Qama ol’aanaa Iskoor kaardichi akka raawwatamuuf qaama sadarkaan jiruuf itti gafatamummaa dabarsuu fi ga’ee isaa………………………………………………………………
  • 3.
    Foormaatii …… C/ QabxiileeHaala Waliigalaa guca kana keessatti hammatamuu qaban • Maqaa Hoogganaa Waadichaa………………………………………………… • Ga’ee hojii isaa……………………………………………… • Ergama mana hojiichaa…………………………………………………… • Mula’ata mana hojichaa…………………………………………………… • Duudhaa mana hojichaa………………………………………………. …………………………. ………………………. …………….. ……………… • Toora Xiyyeeffannoo mana hojichaa: 1)…………………………….. 2)………………………………. 3)…………………………………………………… • Yeroo turmaata wadichaa (chaarterichaa): bara…………………………. Hanga bara …………………………
  • 4.
    D)Qabxiilee waliigalteen irraattixiyyeeffatu fi formatii maallattoo Kallattii madaallii Kaayyo owwan Tarsiim o’aa Safart uulee Tarsii mo’aa Ragaa Ka’um sa Maniwwan kurmaanaan Taraka nfilee Tarsiim o’aa Hawwas a/mana hojichaa irraa fayyada mu Qma itti gafat amu u Maallaqa hojiichaaf barbaachisuu fi maddaa isaa 1 2 3 4 Mootu Uum mata Kan biro o Lammii 1 2 Faayinansii 1 2 Adeemsa keessa 1 2 Ijaarsa dandeettii 1 2 Qaama hojii armaan olii lakkaa’ee kennuu fi fudhatu Waadicha kan fudhate Waadaa kan kenne Maqaa:……………………………… Maqaa:……………… Mallattoo:………. Mallattoo………………………….. Guyyaa:……………………………. Guyyaa:………………
  • 5.
    Hojii irra olmaayaalii dura • Kaayyoolee, safartuu, mannii fi tarkaanfilee qorannoo keessatti kaa’aman hojii guyyaa guyyaa qaamolee hundaa waliin walitti hidhamiinsaan hojjatamuu danda’u isanaii mirkaneessuu, • Sagantaa idilee marii hojii akka mana hojitti Adeemsaa fi garee hojiitti haala walirraa hin cinneen gaggeessuun rakkoolee jiran adda baasuu, yaada furmaataa kennaa deemuu fi irra oclhuun jira. • Hanqainaalee (rakkoolee) hojii yaalii keessatti qunnaman adda baasuun galmeessuu fi yaada furmaataa kaa’uu, • Bu’aa fi muuxannoo gaarii hojii keessattii argaman qindeessanii halmeessuu fi itti gaayyadamuun jira. • Kutannoon hoggansaa fi raawwataa galma gahiinsa hojii kanaatiif qaban madaalamaa jira.
  • 6.
    Hojii irra olmaayaalii dura…….. • Baajatni tarkaanfilee fi humni namaa ramadamee galma gahiinsa hojii kanaatiif gahaa ta’uu isaa mirkanessuu, • Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walismuu mirkaneessuu, • Mannii fi Tarkaanfileen tarsiima’aa karoora guddinaa fi tiraansiformeeshinii kaa’ame walsimuu mirkaneessuu. • Raawwii guyyaa guyyaa mannii ka’ame waliin walismuu isaa mirkaneessuu. • Ciminootaa fi hanqinaalee akka waliigalatti jiran adda baasanii galmeessaa deemuu fi yaada furmaataa kaa’aa deemuu.
  • 7.
    Hojii irra olmaayaalii dura…….. Deeggarsa, Hordoffii fi Duub-Deebii • Sirna deeggarsa, hordoffii fi duub-deebii akka waliigalaatti qophaa’ee irratti hundaa’uun qabatamaa mana hojiitiin qopheessuun hubannoo irratti uumuu. • Hojiin deeggarsa fi hordoffii sagantaa idilee kaa’ame irratti hundaa’uun gaggeeffamuu qaba. • Deeggarsa fi hordoffiin qaamaan, waltajii idilee fi barreeffamaan kennuu. • Gabaasni yeroo isaa eeggate dhiyaachaa jirachuu isaa mirkaneessuu. • Duub-deebii kename qaama sanadichaa akka ta’uuf qindeessuu.
  • 8.
    Unka hojii yaaliiduraa SMBKT/BSC guyyaa guyyaan itti galmaa’aa deemu Sektera /Mana Hojii __________________ Adeemsa/Garee Hojii _________________ Ergama ________________________________ Mula’ata_______________________________ Qaama Qopheesse: Maqaa______________ Mallattoo ____________Guyyaa________________ La kk . T.X Kaayyoo Safa. Ragaa Ka’uum saa Mannii Tarkaa nfilee Cimina Hanqina Yaada Furma ataa 1 2 3
  • 9.
    Uunka Gabaasa AdeemsaHojii yaalii Duraa SMBKT/BSC • (Kan maneen hojii sadarkaa ________________irratti argamanif tajaajilu) • Seektara /Mana Hojii __________________________________ • Adeemsa /Gareehojii_________________________________________ • Qabxiilee Ijoo Gabaassichaa ____________________________________________________________ ____________________________________________________________ • Ciminoota ____________________________________________________________ • Hanqinalee adda ba’an ____________________________________________________________ ____________________________________________________________ • Yaada Furmataa Ka’ame _______________________________________ • Qaama Qopheessee/Qindeessee • Maqaa_______________Mallattoo__________________Guyyaa ____